A python package that changes Afan Oromo language script's witten in latin ltters to geez laters
Project description
እንኳን በደህና መጡ :fa-hand-paper-o a-shake:
መግቢያ
-
እንግዴ ሃገራችን ኢትዮጵያ የራሷ የሆኑ ቡዙ ነገሮች አሏት፥ ከነዚህም አንዱና ዋነኛው ፊደሎቿ ናቸው። ሆኖም ግን እነዚህ ፊደሎች በተወሰኑ ቋንቋዎች ላይ ጥቅም ላይ ሲውል፥ አንዳንድ ቋቋዎች ደገሞ በባዕዳን ሃገራት ፊደል ይጠቀማሉ፤ ከነዚህም አንዱ ኦሮምኛ (አፋን ኦሮሞ) ነው። የኦሮምኛ ቋንቋ በግዕዝ ፊደላት እንዳይጠቀም ከሚያደረጉት ዋና ነገሮች አንዱ፦ በአፋን ኦሮሞ ቋንቋ ውስጥ 10 ድምጾች ሲኖሩ፥ የግዕዝ ፊደል ግን ያለው 7 ድምጾች ብቻ ናቸው።
-
ስለዚህ ይህን ችግር በመረዳት ባሉት ፊደላት ላይ ከላይ አንድ ነጥብ በማድረግ እነኚህ የቀሩት ፊደል(ድምጾች) ተጨምረውበት፥ በቀላሉ የአፋን ኦሮሞን ቋንቋ በሃገራች ፊደል መጻፍ እንድንችል ይህ «ላይብረሪ» ተዘጋጅቷል። ቀጥሎ ያሉትን መመሪያዎች ይመልከቱ።
አጫጫን
ይህን «ላይብረሪ» ኮምፒውተሮ ላይ ለመጫን፦
$ pip install qufi-script
አሁን አንሞክር
python
from qufi import QubeFidel
qube = QubeFidel()
print(qube.convert("Ashamaa!"))
ውጤት
አሸማ!
ከዚህ በታች ሙሉ ማብሪሪያው በአፋን ኦሮሞ ቀርቧል
Sagaleewwan Dheeraa fi Gabaabaa
- Egaa akkumma beekamu Afaan Oromoo keessatti dheerachuunii fi gabaabbachuun fi jabinnii fi laafinni sagalee hiika jechaa irratti garaagarummaa guddaa ni fida. Haaluma kanaan afaan oromoon qubee gi'iziitin haala gaariin akka hin barreeffamne danqaawwan ta'aa turan keessaa inni guddaan: qubee gi'iz keessati sagaleewwan 7 yommuu jiraatan, afaan oromoo keessatti immoo sagaleewwan 10tu jiru. Egaa nutis kana hubachuun, qubeewwan amma argaman irrati tuqaa tokko mataa isaaniirra kaa'un sagaleewwan hanqatan kun itti dabalamaniiruu. Kana irratti hundaa'uunis sagaleewwan kunniin bakka 3^^tti^^ qoodamu: sagalee dheeraa, sagalee gabaabaa fi al-sagalee jedhamu.
Sagaleewwan Gabaabaa
- Qubee jahaaffaan(ሳድስ) fi arfaffaa(ራዕብ) alatti warri jiran Sagaleewwan gabaaba jedhamun beekamu. Baay'inni isaanis shan(5)ni dha.
Fakkeenya sagaleewwan gabaabaa maati qubee መ
Qubee | Sagalee |
---|---|
መ | ma |
ሙ | mu |
ሚ | mi |
ሜ | me |
ሞ | mo |
Sagaleewwan dheeraa
- Sagaleewwan kunnin immoo, qubeewwan sagalee gabaabaa duraan jiran irrati tuq-tokko mataa ofirratti maxxanfachuunii kan uumamaniifii qubee arfaffaa(ራዕብ) dha. Baa'inni isaanis shan(5)ni dha.
Fakkeenya sagaleewwan dheeraa maatii መ
Qubee | Sagalee |
---|---|
ሙ፞ | muu |
ሚ፞ | mii |
ማ | maa |
ሜ፞ | mee |
ሞ፞ | moo |
Hubachiisa: Qubeen arfaffaa ofumasaa sagalee dheeraa waan ta'eef, yoomiyyu taanaan tuq-tokko mataa ofii isaarratti hin maxxanfatu.
Al-Sagalee
- Qubeewwan kunnin immoo sagalee of danda'aa mataa isaanii kan hin qabnee ta'anii, warra qubeewwan jahaaffaa(ሳድስ) ta'anidha. Faayidaan isaanis: jechoota jabeessuu, cufa birsagaa irratti, jechota irra buutaa qaban keessattii fi akka maxxantootaatti tajaajiluudha.
Jechoota Gabaabaafi Dheeraa
- Egaa akkuma beekamu jechoonni hundinuu barsaga mataa mataa isaani ta'e ni qabu. Birsagoonni kunis sagalee of danda'oo ni ta'u; Kanaafuu sagaloota kana gara qubee gi'iz duraan dubbanetti jijjiiruuf salphaa nuuf ta'a.
- Fakkeenya 1: jechi laga jedhu birsagoota lama qaba: la fi ga. birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota ለ fi ገ tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi laga jedhu ለገ ta'a jechuudha.
- Fakkeenya 2: jechi laagaa jedhu birsagoota lama qaba: laa fi gaa. ammas birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota ላ fi ጋ tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi laagaa jedhu ላጋ ta'a
Fakkeenya jechoota gabaabaa fi dheeraa muraasa
Gabaabaa | Dheeraa |
---|---|
Hori[ሆሪ] | Horii[ሆሪ፞] |
Mala[መለ] | Malaa[መላ] |
Gara[ገረ] | Garaa[ገራ], Gaara[ጋረ] |
Lafa[ለፈ] | Laafaa[ላፋ] |
Ana[አነ] | Aanaa[ኣና] |
Jechoota irra butaa
- Jechoota irra butaa jijiiruf duraan dursinee jechicha gara birsagaatti addaan qoodna, achiis sagaleewwan of danda'oo fi alsagaleewwan jechichaa qubee gi'iiziin bakka buufna.
- Fakkeenyaaf jecha Farda jedhu kana gara birsagaatti haa qoqqoodnu: Far fi da ta'a. Kunis ፈር fi ደ ta'a. Kanaafu jechi Farda jedhu ፈርደ ta'a jechuudha.
Jechoota irra butaa tokko tokko
Farda | ፈርደ |
Ilma | ኢልመ |
Jilba | ጂልበ |
Harka | ሀርከ |
Harma | ሀርመ |
Arba | አርበ |
Sagalewwan Jabaa
-
Jecha keenya duraan dursinee gara birsagaatti qoqqooduun, achiin birsaga arganne sana qubeewwan sagaleewwan ofdanda'oo qabanii fi al-sagaleewwaniin bakka buusuudha.
-
Fakkeenyaaf jecha Jimmaa jedhu osoo fudhannee birsagoota lama qaba: Jim(ጂም fi maa dha. Kanaafuu jechi kun yemmuu jijjiiramu ጂምማ ta'a.
-
Haalli dubbisaa jechoota jabaa: qubee jahaaffaa(ሳድስ) liqimsuunii fi qubee isa itti aanu jabeessinee dubbifna. Fakkeenyaaf jecha Tokko jedhu yemmuuu jijjiirru ቶክኮ ta'a. Haalli dubbisa isaa kunis Tokko jedhamee dubbifama malee, sagalee addaan kutuun: Tok-ko jedhamee hin dubbifamu!
-
Birsagaaan alatti, jecha tokko keessatti maatiwwan qubee tokkoo qubeen jahaffaa(ሳድስ) fi kan biraa walduraa duubaan walitti aananii yoo dhufan, qubeen jahaaffaatti(ሳድስ) itti aanee argamu sun jabeeffamee dubbifama.
Jechoota jabaa fi laafaa tokko tokko
Laafaa | Jabaa |
---|---|
Jimaa[ጂማ] | Jimmaa[ጂም፡ማ] |
Waloo[ወሎ፞] | Walloo[ወል፡ሎ፞] |
Hare[ሀሬ] | Harre[ሀር፡ሬ] |
Badaa[በዳ] | Baddaa[በድ፡ዳ] |
Qale[ቀሌ] | Qalle[ቀል፡ሌ] |
Maxxantoota Muraasa
-n | -ን |
-tti | -ትቲ |
-f | -ፍ |
ol- | ኦል- |
-oota | ኦ፞ተ |
python
from qufi import QubeFidel
qube = QubeFidel()
print(qube.convert("Caalaan kaleessa mana barumsaa deeme."))
print(qube.convert("Baacaan sa'aa bite."))
print(qube.convert("Gaariin ijoollee fe'e."))
ውጤት
ጫላን ከሌ፞ስሰ መነ በሩምሳ ዴ፞ሜ።
ባጫን ሰኣ ቢቴ።
ጋሪ፞ን ኢጆ፞ልሌ፞ ፌኤ።
Jechoota hin jiiramne
Jechoota akka hin jijjiiramne gochuuf, jechicha `` keessa galchuun akka hin jijjiiramne gochuun ni danda'ama.
python
from qufi import QubeFidel
qube = QubeFidel()
print(qube.convert("`Caalaan` deeme."))
primt(qube.convert("`Jechi kun hin jijiiramu!`"))
ወጤት
Caalaan ዴ፞ሜ።
Jechi kun hin jijiiramu!
Qubeewwan dachaa
Cha | ኘ |
Dha | ዸ |
Nya | ኘ |
Pha | ጰ |
Sha | ሸ |
Tsa | ፀ |
Zya | ዘ |
ከታች በምስሉ ላይ ያሉት ፊደላት፣ ትክክለኛው የአፋን ኦሮሞ የ Dha ፊደላት ናቸው።
Qubeewwan suuraa armaan oliitti argaman, maatii qubee "Dha" isa sirrii dha.
Sirna Tuqaalee
. | ። |
: | ፥ |
, | ፣ |
; | ፤ |
... | ... |
? | ? |
! | ! |
ቁቤ | ፊደል | ትርጉም |
---|---|---|
Qore | ቆሬ | ፈተነ |
Qoree | ቆሬ፞ | እሾህ |
Qorre | ቆርሬ | ቀዘቀዘ |
Qorree | ቆርሬ፞ | ፈትነን |
Qooree | ቆ፞ሬ፞ | ደርቆ |
Qoorree | ቆ፞ርሬ፞ | ደረቅን |
Namootni hundinuu birmaduu ta'anii mirgaa fi ulfinaanis wal-qixxee ta'anii dhalatan. Sammuu fi qalbii ittiin yaadan waan uumamaan kennameef, hafuura obbolommaatiin wal-wajjin jiraachuu qabu.
ነሞ፞ትኒ ሁንዲኑ፞ ቢርመዱ፞ ተአኒ፞ ሚርጋ ፊ ኡልፊናኒስ ወል-ቂጥጤ፞ ተአኒ፞ ዸለተን። ሰምሙ፞ ፊ ቀልቢ፞ ኢትቲ፞ን ያደን ዋን ኡ፞መማን ኬንነሜ፞ፍ፣ ሀፉ፞ረ ኦብቦሎምማቲ፞ን ወል-ወጅጂን ጂራቹ፞ ቀቡ።
የፊደል ገበታ
A | U | UU | I | II | AA | E | EE | Ø | O | OO |
---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
ሀ | ሁ | ሁ፞ | ሂ | ሂ፞ | ሃ | ሄ | ሄ፞ | ህ | ሆ | ሆ፞ |
ha | hu | huu | hi | hii | haa | he | hee | h | ho | hoo |
ለ | ሉ | ሉ፞ | ሊ | ሊ፞ | ላ | ሌ | ሌ፞ | ል | ሎ | ሎ፞ |
la | lu | luu | li | lii | laa | le | lee | l | lo | loo |
መ | ሙ | ሙ፞ | ሚ | ሚ | ማ | ሜ | ሜ፞ | ም | ሞ | ሞ፞ |
ma | mu | muu | mi | mii | maa | me | mee | m | mo | moo |
ረ | ሩ | ሩ፞ | ሪ | ሪ፞ | ራ | ሬ | ሬ፞ | ር | ሮ | ሮ፞ |
ra | ru | ruu | ri | rii | raa | re | ree | r | ro | roo |
ሰ | ሱ | ሱ፞ | ሲ | ሲ፞ | ሳ | ሴ | ሴ፞ | ስ | ሶ | ሶ፞ |
sa | su | suu | si | sii | saa | se | see | s | so | soo |
ሸ | ሹ | ሹ፞ | ሺ | ሺ፞ | ሻ | ሼ | ሼ፞ | ሽ | ሾ | ሾ፞ |
sha | shu | shuu | shi | shii | shaa | she | shee | sh | sho | shoo |
ቀ | ቁ | ቁ፞ | ቂ | ቂ፞ | ቃ | ቄ | ቄ፞ | ቅ | ቆ | ቆ፞ |
qa | qu | quu | qi | qii | qaa | qe | qee | q | qo | qoo |
በ | ቡ | ቡ፞ | ቢ | ቢ፞ | ባ | ቤ | ቤ፞ | ብ | ቦ | ቦ፞ |
ba | bu | buu | bi | bii | baa | be | vee | b | bo | boo |
ቨ | ቩ | ቩ፞ | ቪ | ቪ፞ | ቫ | ቬ | ቬ፞ | ቭ | ቮ | ቮ፞ |
va | vu | vuu | vi | vii | vaa | ve | vee | v | vo | voo |
ተ | ቱ | ቱ፞ | ቲ | ቲ፞ | ታ | ቴ | ቴ፞ | ት | ቶ | ቶ፞ |
ta | tu | tuu | ti | tii | taa | te | tee | t | to | too |
ቸ | ቹ | ቹ፞ | ቺ | ቺ፞ | ቻ | ቼ | ቼ፞ | ች | ቾ | ቾ፞ |
cha | chu | chuu | chi | chii | chaa | che | chee | ch | cho | choo |
ነ | ኑ | ኑ፞ | ኒ | ኒ፞ | ና | ኔ | ኔ፞ | ን | ኖ | ኖ፞ |
na | nu | nuu | ni | nii | naa | ne | nee | n | no | noo |
ኘ | ኙ | ኙ፞ | ኚ | ኚ፞ | ኛ | ኜ | ኜ፞ | ኝ | ኞ | ኞ፞ |
nya | nyu | nyuu | nyi | nyii | nyaa | nye | nyee | ny | nyo | nyoo |
አ | ኡ | ኡ፞፞ | ኢ | ኢ፞ | ኣ | ኤ | ኤ፞ | እ | ኦ | ኦ፞ |
(')a | (')u | (')uu | (')i | (')ii | (')aa | (')e | (')ee | - | (')o | (')oo |
ከ | ኩ | ኩ፞ | ኪ | ኪ፞ | ካ | ኬ | ኬ፞ | ክ | ኮ | ኮ፞ |
ka | ku | kuu | ki | kii | kaa | ke | kee | k | ko | koo |
ወ | ዉ | ዉ፞ | ዊ | ዊ፞ | ዋ | ዌ | ዌ፞ | ው | ዎ | ዎ፞ |
wa | wu | wuu | wi | wii | waa | we | wee | w | wo | woo |
ዘ | ዙ | ዙ፞ | ዚ | ዚ፞ | ዛ | ዜ | ዜ፞ | ዝ | ዞ | ዞ፞ |
za | zu | zuu | zi | zii | zaa | ze | zee | z | zo | zoo |
ዠ | ዡ | ዡ፞ | ዢ | ዢ፞ | ዣ | ዤ | ዤ፞ | ዥ | ዦ | ዦ፞ |
zya | zyu | zyuu | zyi | zyii | zyaa | zye | zyee | zy | zyo | zyoo |
የ | ዩ | ዩ፞ | ዪ | ዪ፞ | ያ | ዬ | ዬ፞ | ይ | ዮ | ዮ፞ |
ya | yu | yuu | yi | yii | yaa | ye | yee | y | yo | yoo |
ደ | ዱ | ዱ፞ | ዲ | ዲ፞ | ዳ | ዴ | ዴ፞ | ድ | ዶ | ዶ፞ |
da | du | duu | di | dii | daa | de | dee | d | do | doo |
ዸ | ꬉ | ꬉ፞ | ꬊ | ꬊ፞ | ꬋ | ꬌ | ꬌ፞ | ꬍ | ꬎ | ꬎ፞ |
dha | dhu | dhuu | dhi | dhii | dhaa | dhe | dhee | dh | dho | dhoo |
ጀ | ጁ | ጁ፞ | ጂ | ጂ፞ | ጃ | ጄ | ጄ፞ | ጅ | ጆ | ጆ፞ |
ja | ju | juu | ji | jii | jaa | je | jee | j | jo | joo |
ገ | ጉ | ጉ፞ | ጊ | ጊ፞ | ጋ | ጌ | ጌ፞ | ግ | ጎ | ጎ፞ |
ga | gu | guu | gi | gii | gaa | ge | gee | g | go | goo |
ጠ | ጡ | ጡ፞ | ጢ | ጢ፞ | ጣ | ጤ | ጤ፞ | ጥ | ጦ | ጦ፞ |
xa | xu | xuu | xi | xii | xaa | xe | xee | x | xo | xoo |
ጨ | ጩ | ጩ፞ | ጪ | ጪ፞ | ጫ | ጬ | ጬ፞ | ጭ | ጮ | ጮ፞ |
ca | cu | cuu | ci | cii | caa | ce | cee | c | co | coo |
ጰ | ጱ | ጱ፞ | ጲ | ጲ፞ | ጳ | ጴ | ጴ፞ | ጵ | ጶ | ጶ፞ |
pha | phu | phuu | phi | phii | phaa | phe | phee | ph | pho | phoo |
ፀ | ፁ | ፁ፞ | ፂ | ፂ፞ | ፃ | ፄ | ፄ፞ | ፅ | ፆ | ፆ፞ |
tsa | tsu | tsuu | tsi | tsii | tsaa | tse | tsee | ts | tso | tsoo |
ፈ | ፉ | ፉ፞ | ፊ | ፊ፞ | ፋ | ፌ | ፌ፞ | ፍ | ፎ | ፎ፞ |
fa | fu | fuu | fi | fii | faa | fe | fee | f | fo | foo |
ፐ | ፑ | ፑ፞ | ፒ | ፒ፞ | ፓ | ፔ | ፔ፞ | ፕ | ፖ | ፖ፞ |
pa | pu | puu | pi | pii | paa | pe | pee | p | po | poo |
Project details
Release history Release notifications | RSS feed
Download files
Download the file for your platform. If you're not sure which to choose, learn more about installing packages.
Source Distribution
Built Distribution
File details
Details for the file qufi-script-1.0.0.tar.gz
.
File metadata
- Download URL: qufi-script-1.0.0.tar.gz
- Upload date:
- Size: 16.0 kB
- Tags: Source
- Uploaded using Trusted Publishing? No
- Uploaded via: twine/4.0.2 CPython/3.11.1
File hashes
Algorithm | Hash digest | |
---|---|---|
SHA256 | ea09cb66e654ff994f37112b877c51cabff0e48298576fd6c2e6509f5446503f |
|
MD5 | 85d5990171158f2f3b71cfee34af2b1a |
|
BLAKE2b-256 | 7cf49d0a339a2dd96415d1ee751ec94aab6eb1a7d7ad35d8a4f144f2b99642c7 |
File details
Details for the file qufi_script-1.0.0-py3-none-any.whl
.
File metadata
- Download URL: qufi_script-1.0.0-py3-none-any.whl
- Upload date:
- Size: 10.8 kB
- Tags: Python 3
- Uploaded using Trusted Publishing? No
- Uploaded via: twine/4.0.2 CPython/3.11.1
File hashes
Algorithm | Hash digest | |
---|---|---|
SHA256 | 8c16599d8d81a4a141fb06a55edb628ae0cca604e50597901ebab3fa5e1aa6f9 |
|
MD5 | 15583a8765ccb8fe6165cd6bacc34cf8 |
|
BLAKE2b-256 | 23cb8d6c5e2b4864780372669d3e32fcb72159828bf4668355d15e7e1faef834 |